Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
calalamuu go.
GAO

Irraa ta'uu.

calalamuu go.
GAO

Irraa ta'uu.

calalaqa ma.
GAO

ifa kenna,calaqsa.

calalaqa ma.
GAO

ifa kenna,calaqsa.

calalaqii ma.
GAO

lafa bishaan irra ciisu, kan calaqqisu.

calalaqii ma.
GAO

lafa bishaan irra ciisu, kan calaqqisu.

calalaqsiisuu go.
GAO

ifa kennisiisuu.

calalaqsiisuu go.
GAO

ifa kennisiisuu.

calalaqsuu go.
GAO

ifa kennisiisuu; Halkan baatirii calalaqsaa deeme.

calalaqsuu go.
GAO

ifa kennisiisuu; Halkan baatirii calalaqsaa deeme.

calalaquu go.
GAO

ifa kennuu, calaqsuu, baquu; Dhadhaan fuula namaa calalaqsa.

calalaquu go.
GAO

ifa kennuu, calaqsuu, baquu; Dhadhaan fuula namaa calalaqsa.

calaluu go.
GAO

1. qirraarii (qarruu)irraa kaasuu, farsoo calale irraa kaasuu. 2. qulqulluu ta'uu, qarruu ta'uu; Far...

calaluu go.
GAO

1. qirraarii (qarruu)irraa kaasuu, farsoo calale irraa kaasuu. 2. qulqulluu ta'uu, qarruu ta'uu; Far...

calanqo 1 ma.
GAO

gosa bishingaa.

calanqo 1 ma.
GAO

gosa bishingaa.

Calanqo 2 ma.
GAO

maqaa magaalaa kutaa Harargee keessatti argamtuu.

Calanqo 2 ma.
GAO

maqaa magaalaa kutaa Harargee keessatti argamtuu.

calaqqee ad.
GAO

ifa kan kennu,waan calaqqisu; Calaqqee warqii argeeti lafa qotuu jalqabe.

calaqqee ad.
GAO

ifa kan kennu,waan calaqqisu; Calaqqee warqii argeeti lafa qotuu jalqabe.

Sponsors