Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
cal jechuu go.
GAO

dubbii dhiisuu, afaan qabachuu, callisuu.

cal jechuu go.
GAO

dubbii dhiisuu, afaan qabachuu, callisuu.

cala'uu go.
GAO

fagaatanii baduu, mul'ina dhowwachuu; Saani madaqoon jalaa calaate.

cala'uu go.
GAO

fagaatanii baduu, mul'ina dhowwachuu; Saani madaqoon jalaa calaate.

calaa ma
GAO

bay'ina dhabiisa badii.

calaa ma
GAO

bay'ina dhabiisa badii.

calaasisuu go.
GAO

akka Calaasu gochuu.

calaasisuu go.
GAO

akka Calaasu gochuu.

calaasuu go.
GAO

biyyaa balleessa gatuu;Horii caakkaatti calaaseeti gale.

calaasuu go.
GAO

biyyaa balleessa gatuu;Horii caakkaatti calaaseeti gale.

calala ad.
GAO

kan hinbooro Farsoo calala, bishaan calala 2. qirraarii; Farsoodha jedhe calala nuu buufte.

calala ad.
GAO

kan hinbooro Farsoo calala, bishaan calala 2. qirraarii; Farsoodha jedhe calala nuu buufte.

calalaa 1
GAO

dhugaatii otoo farsootti bishaan hinnaqamin irraa kaafamu.

calalaa 1
GAO

dhugaatii otoo farsootti bishaan hinnaqamin irraa kaafamu.

calalaa 2 ad.
GAO

kan calale.

calalaa 2 ad.
GAO

kan calale.

calalachiisuu go.
GAO

akka calalu gochuu.

calalachiisuu go.
GAO

akka calalu gochuu.

calalachuu go
GAO

irraa kaafachuu, qarrarachuu; Farsoo wulleetti calalatte.

calalachuu go
GAO

irraa kaafachuu, qarrarachuu; Farsoo wulleetti calalatte.

Sponsors