1.hurraa taasisuu, bakka bakkatti buusuu;Qixxaa caccabseeti ijoolleedhaa hire. 2. boqqolloo dhuuban...
1.hurraa taasisuu, bakka bakkatti buusuu;Qixxaa caccabseeti ijoolleedhaa hire. 2. boqqolloo dhuubani...
hurraa ta'uu, bakka bakkatti bawuu; Farda irraa kufeeti lukti isaa caccabe.
sirriitti jiisuu.
alaafi mana guuttachuu, sooromuu.
maxinoo dhadhaadhaan laafee sukkuumame; Aannaniifi cafaqni nyaata dargaggeessaati.
cafaqa qopheeffachuu.
1. cafaqaa ta'uu. 2. walitti laaqamuu yookiin marqamuu.
1.cafaqaa qopheessuu. 2. walitti marquu.
qabee ya guutuu kan alaa manaa hir'ina hinqabne.
1.mana maree ummpta Oromoo. 2. mana maree bakka bu'oota uummataa.