bassoo dhadhaan laafee sukkuumame, dhangaa bassoofi dhadhaa irraa qophaa'u.
bishaan keessa gaseensisa, jiisa
"cuupha"ilaalaa.
1.bishaaniin jiisachuu. 2. nyaata baaduudhaan yookiin waxiidhaa tuqachuu.
bishaan kees kaawamuu yookiin bishaaniin tuqamuu. 2. kiristinnaa kaafamuu.
1.dhadhaa baqsaa nyaataaf qophaa'e. 2.gocha cuuphuu.
akka cuuphu gochuu.
1.dhangala'aa keessa galchanii jiisuu. 2. kiristinnaa kaasuu