nyaata otoo hinbukaayin tolfame, qalaxoo; Dhibee garaachaa tiif buddeen caariggiin bayeessa.
ayyaana nama irratti bu'u, kan nama iyyisiisu yookiin warra adamsitu kan gargaaru jedhamee kan amana...

1. haasaa ijoollee afaan hiikuu calqabdee. 2.akka ijoollee reefuu afaan hiikkattuutti dubbacha.

1. dubbii calqabuuf tokko lama jechuu. 2. akka ijoollee reefuu afaan hiikkattuutti dubbachuu.

1 . haamaa dheedhii; Cabsaa baaqelaa raawwateeti haamaa xaafii itti darbe. 2.maqaa namaa kan cabsu. ...