Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
cophxoo ma.
GAO

dhibee qaama hormaataa; Cophxoon nama irra bubbule nama maseensa.

coqona ma.
GAO

1. marga  dheeraa kan akka migiraa hodhaa ittiin hodhan.  2. marga angii qabu, kan lafa irra loow...

coqona ma.
GAO

1. marga  dheeraa kan akka migiraa hodhaa ittiin hodhan.  2. marga angii qabu, kan lafa irra loowu...

cora 1 ma.
GAO

tapha yookiin taba, qoosa, qaldii.

cora 1 ma.
GAO

tapha yookiin taba, qoosa, qaldii.

cora 2 ma.
GAO

wallitti funaansa.

cora 2 ma.
GAO

wallitti funaansa.

coraa 1 ma.
GAO

firee dabaaqulaa yookiin buqqee.

coraa 1 ma.
GAO

firee dabaaqulaa yookiin buqqee.

coraa 2 ma.
GAO

xiyyoo daraa yookiin gasaa.

coraa 2 ma.
GAO

xiyyoo daraa yookiin gasaa.

coraa 3 ad.
GAO

waan duubatti hafe, hambaa; Coraa foonii funaaneeti nyaate.

coraa 3 ad.
GAO

waan duubatti hafe, hambaa; Coraa foonii funaaneeti nyaate.

coraa 4 ma.
GAO

bifa waan ta'ee; Coraan namaa jireenya namaa mul'isa.

coraa 4 ma.
GAO

bifa waan ta'ee; Coraan namaa jireenya namaa mul'isa.

coraa baduu go.
GAO

bifa baduu, golgolaa'uu; Saani qorri dhawu coraa bada.

coraa baduu go.
GAO

bifa baduu, golgolaa'uu; Saani qorri dhawu coraa bada.

coraa dhabuu go.
GAO

bifa dhabuu, huqqachuu; Bonni horii coraa dhabsiisa.

coraa dhabuu go.
GAO

bifa dhabuu, huqqachuu; Bonni horii coraa dhabsiisa.

corachuu go.
GAO

1. walitti guurracha'u; Xaafii haphii suuta jedhaniiti coratu. 2. foon baasuu, bayyanachuu; Mucaan e...

Sponsors