Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
cooma ma.
GAO

huqqina kan hinqabne, furdaa, gabbataa. 2. foon diirnina hinqabne.

cooma ma.
GAO

huqqina kan hinqabne, furdaa, gabbataa. 2. foon diirnina hinqabne.

coomaa ad.
GAO

1. furdina kan qabu, gabbataa. 2. huqqataa kan hinta'in.guddisa.

coomaa ad.
GAO

1. furdina kan qabu, gabbataa. 2. huqqataa kan hinta'in.guddisa.

coomsuu go .
GAO

akka coomu gochuu. coomuu go. foon baasuu, gabbachuu; Horiin yoo coome ciisa

coomsuu go .
GAO

akka coomu gochuu. coomuu go. foon baasuu, gabbachuu; Horiin yoo coome ciisa

coona ma.
GAO

xurii godhacha.

coona ma.
GAO

xurii godhacha.

coonii ad.
GAO

Kan xurii godhate.

coonii ad.
GAO

Kan xurii godhate.

coonsiisu go.
GAO

akka coonu gochuu.

coonsiisu go.
GAO

akka coonu gochuu.

coonuu go .
GAO

xurii godhachuu, keessattuu xuriif waan akka dhadhaatiin.

coonuu go .
GAO

xurii godhachuu, keessattuu xuriif waan akka dhadhaatiin.

coora ma.
GAO

seera Gadaa keessatti kutaa namni itti gargarbawu; Coori waan qaanii coora biraa biratti dubbata ...

coora ma.
GAO

seera Gadaa keessatti kutaa namni itti gargarbawu; Coori waan qaanii coora biraa biratti dubbata ...

copha
GAO

"coba"  ilaalaa.

cophsiisuu
GAO

"cobsiisuu'' ilaalaa.

cophuu
GAO

"cobuu" ilaalaa.

cophxoo ma.
GAO

dhibee qaama hormaataa; Cophxoon nama irra bubbule nama maseensa.

Sponsors