Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
cobsachuu go.
GAO

keessaa gadi xuruurfachuu; Xaarmusii keessaa bishaan cobsateeti dhuge.

cobsiisuu go.
GAO

akka cobu gochuu.

cobsiisuu go.
GAO

akka cobu gochuu.

cobuu go.
GAO

gumaa gumaan gadi bu'uu, harca'uu 2. aannan sirriitti kennuu; Dhaltiin nyaattu malee hin cobdu.

cobuu go.
GAO

gumaa gumaan gadi bu'uu, harca'uu 2. aannan sirriitti kennuu; Dhaltiin nyaattu malee hin cobdu.

cobxoo
GAO

"cophxoo" ilaalaa.

coccoba
GAO

"coccopha" ilaalaa.

coccobsuu
GAO

"coccophsuu" ilaalaa.

coccobuu
GAO

"coccophuu" ilaalaa.

coccopha ma.
GAO

yeroo baay'ee gumaa gumaan gadi bu'iisa.

coccopha ma.
GAO

yeroo baay'ee gumaa gumaan gadi bu'iisa.

coccophsuu go.
GAO

akka coccophu gochuu.

coccophsuu go.
GAO

akka coccophu gochuu.

coccophuu go.
GAO

yeroo hedduu gumaa gumaan gadi harca'uu yookiin bu'uu.

coccophuu go.
GAO

yeroo hedduu gumaa gumaan gadi harca'uu yookiin bu'uu.

cocoo 1 ma.
GAO

mi'a aannan itti elmatan, okolee yookiin elemtuu.

cocoo 1 ma.
GAO

mi'a aannan itti elmatan, okolee yookiin elemtuu.

cocoo 2 ma.
GAO

nyaata dhiirri itiin of sooru; Dargaggeessi cocoo qaleeti  of  soora.

cocoo 2 ma.
GAO

nyaata dhiirri itiin of sooru; Dargaggeessi cocoo qaleeti  of  soora.

cocorree ad.
GAO

bifa adiifi gurraacha makatu.

Sponsors