Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
caamsaa 1 ma.
GAO

yeroo aduun gar malee o'u, hongee; Horiin ganna beela'e caamsa hinbawu.

Caamsaa 2 ma.
GAO

maqaa ji'aa Kan Eblaafi Waxabajjii gidduu oolu. caamsuu go. akka caamu gochuu, rooba dhowwuu; Warri ...

Caamsaa 2 ma.
GAO

maqaa ji'aa Kan Eblaafi Waxabajjii gidduu oolu. caamsuu go. akka caamu gochuu, rooba dhowwuu; Warri ...

caamuu go.
GAO

rooba dhiisuu yookiin dhaabuu, goguu; Bokkaan yeroo malee yoo caame midhaan dafeeti gaga.

caamuu go.
GAO

rooba dhiisuu yookiin dhaabuu, goguu; Bokkaan yeroo malee yoo caame midhaan dafeeti gaga.

caancoo 1 ma.
GAO

1. bishaan soogidda qabu. 2. laga bishaan isaa soogidda qabu. 3. makoo fincaaniifi dhoqqee horii; Ca...

caancoo 1 ma.
GAO

1. bishaan soogidda qabu. 2. laga bishaan isaa soogidda qabu. 3. makoo fincaaniifi dhoqqee horii; Ca...

Caancoo 2 ma.
GAO

Maqaa magaalaa Shawaa Kaabaa keessatti argamtuu.

Caancoo 2 ma.
GAO

Maqaa magaalaa Shawaa Kaabaa keessatti argamtuu.

caanqaraa'uu go
GAO

ija liphsanii nama ilaaluu.

caanqaraa'uu go
GAO

ija liphsanii nama ilaaluu.

caaqa ma.
GAO

afaaniin namatti boona; Caaqa dhiisiitii waan barbaaddu himadhu.

caaqa ma.
GAO

afaaniin namatti boona; Caaqa dhiisiitii waan barbaaddu himadhu.

caaquu go.
GAO

afaaniin boonuu, namatti baacuu yookiin qoosuu.

caaquu go.
GAO

afaaniin boonuu, namatti baacuu yookiin qoosuu.

caariggaa'aa ad.
GAO

caariggii kan ta'e.

caariggaa'aa ad.
GAO

caariggii kan ta'e.

caariggaa'uu go.
GAO

caariggii ta'uu.

caariggaa'uu go.
GAO

caariggii ta'uu.

caariggii ma
GAO

nyaata otoo hinbukaayin tolfame, qalaxoo; Dhibee garaachaa tiif buddeen caariggiin bayeessa.

Sponsors