"cirriiqfachuu" ilaalaa.
"cirriiqfuu" ilaalaa.
waan yeroo tokko gad bawu; Saani gu'uu jala gaye ciriqii elmama.
mataa hinfilamin.
dhagaa shifii ededa lagaa irratti yookiin laga keessatti argamu.
gosa allaattii kan afaanii gar malee guddaa ta'e; Cirriin arbaa caraanuu baay' isa.
simbira afaan ilmuu kan horii yookiin kotte duudaa nyaattu.
ilKaan fuulduraa gidduudhaan hancufa baasanii tufuu.
ilkaan ulduraa gidduudhaan hancufa asa.
1. hancufa ilkaan fuulduraa gidduudhaan baasanii tufan. 2. hancufa tufaatii.
"cirriiqfata" ilaalaa.
akka ciru gochuu.