Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
ciisuu go.
GAO

1.boqonna fudhachuu, rafuu; Siree irra ciiseeti boqote. 2. gad cillaanfachuu; isaa immanaa yoo ciis...

ciisuu go.
GAO

1.boqonna fudhachuu, rafuu; Siree irra ciiseeti boqote. 2. gad cillaanfachuu; isaa immanaa yoo ciise...

ciiwii
GAO

"cuucii"  ilaalaa.

cilaaddama ma.
GAO

gosa qirnamii kan yoo waan ta'e keessa buusan foolii urgeessu; Cilaaddama baaduu keessa buufateeti d...

cilaaddama ma.
GAO

gosa qirnamii kan yoo waan ta'e keessa buusan foolii urgeessu; Cilaaddama baaduu keessa buufateeti d...

cilaattii ma.
GAO

daaraa gurraacha wanti tokko hoggaa gubatu hafu.

cilaattii ma.
GAO

daaraa gurraacha wanti tokko hoggaa gubatu hafu.

cilee
GAO

"cilaattii"  ilaalaa.

cilfaa ma.
GAO

mi'a manaa kan waxii yookiin ittoo ittiin baafatan Cilfaa sibiilaatiin waxii baafte.

cilfaa ma.
GAO

mi'a manaa kan waxii yookiin ittoo ittiin baafatan Cilfaa sibiilaatiin waxii baafte.

cililluu ma.
GAO

raammoo waan gaafa fakkaatu qabu, kan yeroo lafa irra deemu waan furrii fakkaat.u lafatti haqu, roob...

cililluu ma.
GAO

raammoo waan gaafa fakkaatu qabu, kan yeroo lafa irra deemu waan furrii fakkaat.u lafatti haqu, roob...

cillaanqifacha ma.
GAO

gadi ciisa.

cillaanqifacha ma.
GAO

gadi ciisa.

Cillaanqifachiisuu go.
GAO

aKka cillaanqifatu gochuu.

Cillaanqifachiisuu go.
GAO

aKka cillaanqifatu gochuu.

cillaanqifataa ad.
GAO

gad ciisaa yookiin kan dugdi gadi dhooqe Lafni cillaanqifataan yoo deeman nama jalaa hindhumu.

cillaanqifataa ad.
GAO

gad ciisaa yookiin kan dugdi gadi dhooqe Lafni cillaanqifataan yoo deeman nama jalaa hindhumu.

cillanqifachuu go.
GAO

1 . dugda gadi ciibsuu; Duubatti cillaanqifateeti  dhagaa darbate. 2. gadi dhommoquu; Baaxiin cilla...

cillanqifachuu go.
GAO

1 . dugda gadi ciibsuu; Duubatti cillaanqifateeti  dhagaa darbate. 2. gadi dhommoquu; Baaxiin cilla...

Sponsors