marqaa dhadhaa baay'een itti naqame; Carreen deessuudhaaf gaariidha.
buuphaa osanii fixuu; Handaaqqoon arriffatte waanuma argiite hammatti.
waldhaansoo 1uka namatti maranii nama kuffisan.
1. gosa miishingaa. 2 . "anfaarroo" ilaalaa.
namoota gogaadi;.iguudhaan beekaman, faaqii.
"ceeha" ilaalaa.
ija hamtuun Laalama, ceekuu irraan ilaalama, arrabsama. ceekuu ija hamtuun ilaaluu,
"ceehuu" ilaalaa.
"cidhaa" ilaalaa.
nama tuffacha .
gar malee tuffatamuu.