Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
carabamuu go.
GAO

jalli qulqullaa'uu, xaragamuu.

carabsiisuu go.
GAO

akka carabu gochuu.

carabsiisuu go.
GAO

akka carabu gochuu.

carabuu go.
GAO

waan akka bunaa , boqqo11oo j a1a soquu. 2. qulqulleessuu aramaa irraa)

carabuu go.
GAO

waan akka bunaa , boqqo11oo j a1a soquu. 2. qulqulleessuu aramaa irraa)

caraguu
GAO

"carabuu" ilaalaa.

carii ma.
GAO

ulee dheeraa yeroo qotiisaa qotiyyoota ittiin oofan.

carii ma.
GAO

ulee dheeraa yeroo qotiisaa qotiyyoota ittiin oofan.

carqii ma.
GAO

1. uffata adda addaa; Carqii surree ta'u bitate. 2. uffata dulloome yooki hin ciccite; Carqiin harka...

carqii ma.
GAO

1. uffata adda addaa; Carqii surree ta'u bitate. 2. uffata dulloome yooki hin ciccite; Carqiin harka...

carraa ma.
GAO

tola yookiin gaarii nama gawu, hiree; Carraa baduu irra dhaloota baduu wayya.

carraa ma.
GAO

tola yookiin gaarii nama gawu, hiree; Carraa baduu irra dhaloota baduu wayya.

carraa qabaachuu go.
GAO

ayyaana gaarii yookiin hiree qabachuu.

carraa qabaachuu go.
GAO

ayyaana gaarii yookiin hiree qabachuu.

carraaqa ma.
GAO

bu'aa bayiisa,Carraaqa guddinaaf tunsooroman .

carraaqa ma.
GAO

bu'aa bayiisa,Carraaqa guddinaaf tunsooroman .

carraaqsisuu go.
GAO

akka carraaqu gochuu.

carraaqsisuu go.
GAO

akka carraaqu gochuu.

carraaquu go
GAO

bultii tattafachuuf dhama' uu, tattaafachuu.

carraaquu go
GAO

bultii tattafachuuf dhama' uu, tattaafachuu.

Sponsors