Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
caqasa ma.
GAO

dubbii yookiin oduu dhaggeeffacha; Caqasni beekumsa dubbii gaafata.

caqasa ma.
GAO

dubbii yookiin oduu dhaggeeffacha; Caqasni beekumsa dubbii gaafata.

caqasiisuu go.
GAO

akka caqasu gochuu; Gowwaa gorsanii ti oduu caqasiisu.

caqasiisuu go.
GAO

akka caqasu gochuu; Gowwaa gorsanii ti oduu caqasiisu.

caqasuu go.
GAO

dubbii yookiin oduu dhaggeef fachuu; Wallaalaan hayyuu caqaseeti maalummaa isaa bara.

caqasuu go.
GAO

dubbii yookiin oduu dhaggeef fachuu; Wallaalaan hayyuu caqaseeti maalummaa isaa bara.

caraana ma.
GAO

iyya bakka darbe; Caraana waraabessaatu hirriba keessaa kaase.

caraana ma.
GAO

iyya bakka darbe; Caraana waraabessaatu hirriba keessaa kaase.

caraansa
GAO

"caraana" ilaalaa.

caraansisuu go.
GAO

akka caraanu gochuu.

caraansisuu go.
GAO

akka caraanu gochuu.

caraanuu go.
GAO

hara malee iyyuu, oo'uu; Booyyeen yoo waraaname hincaraana.

caraanuu go.
GAO

hara malee iyyuu, oo'uu; Booyyeen yoo waraaname hincaraana.

caraba ma.
GAO

waan ta'e jalaa qulqulleessa.

caraba ma.
GAO

waan ta'e jalaa qulqulleessa.

carabaa 1 ma.
GAO

aramaa dhedheeraa boqqolloo yookiin buna jalaa; Garabaan midhaan nu irraa fudhate.

carabaa 1 ma.
GAO

aramaa dhedheeraa boqqolloo yookiin buna jalaa; Garabaan midhaan nu irraa fudhate.

carabaa 2 ma.
GAO

gosa simbiraa.

carabaa 2 ma.
GAO

gosa simbiraa.

carabamuu go.
GAO

jalli qulqullaa'uu, xaragamuu.

Sponsors