Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
calqaba
GAO

"jalqaba" ilaalaa.

calqabamuu
GAO

"jalqabamuu" ilaalaa.

calqabsiisuu
GAO

"jalqabsiisuu" ilaalaa.

calqabuu
GAO

"jalqabuu" ilaalaa.

cam gochuu go.
GAO

mi'aawa ilaaluu, qammasuu.

cam gochuu go.
GAO

mi'aawa ilaaluu, qammasuu.

camada ma.
GAO

1.qonnaa qopheessa. 2. walitti hidhiisa.

camada ma.
GAO

1.qonnaa qopheessa. 2. walitti hidhiisa.

camadamuu go.
GAO

qonnaaf qophaa'uu; Qotiyyoonni ganamaan qotiisaaf camadaman.

camadamuu go.
GAO

qonnaaf qophaa'uu; Qotiyyoonni ganamaan qotiisaaf camadaman.

camadchiisuu go.
GAO

akka camadu gochuu.

camadchiisuu go.
GAO

akka camadu gochuu.

camaduu 1 go.
GAO

mi'a qotiisaa itti kaa'anii qonnaaf qopheessuu yookiin walitti hidhuu.

camaduu 1 go.
GAO

mi'a qotiisaa itti kaa'anii qonnaaf qopheessuu yookiin walitti hidhuu.

camaduu 2 go.
GAO

hamaaf nama adamsuu; Obbolees$atu isa camade.

camaduu 2 go.
GAO

hamaaf nama adamsuu; Obbolees$atu isa camade.

camaduu 3 go.
GAO

ganamaan mana qabsiisuu, ijoollummaan heerumsiisuu yookiin fuusisuu.

camaduu 3 go.
GAO

ganamaan mana qabsiisuu, ijoollummaan heerumsiisuu yookiin fuusisuu.

camaduu l go.
GAO

mi'a qotiisaa itti kaa'anii qonnaaf qopheessuu yookiin walitti hidhuu.

camboo ma.
GAO

atalaa bunaa, siicoo, cumaa; Camboofi soogiddi hoolaa gabbisa.

Sponsors