Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bulchuu go.
GAO

akka bulu gochuu. 2. ummanni akka seeratti bulu gochuu, eeguu, to'achuu, nagaafi jireenya isaatiif ...

bulee ad.
GAO

kan bifti adiifi gurraacha makaa qabu. 2. kan bifti magariisuu, magarsuu, bifa baalaa.

bulee ad.
GAO

kan bifti adiifi gurraacha makaa qabu. 2. kan bifti magariisuu, magarsuu, bifa baalaa.

bulfannaa ma.
GAO

1.akkanama wajjin bulu godhacha. 2. akka yeroo dheeraa nama wajjin jiraatu godhacha. 3. ayyaana kaba...

bulfannaa ma.
GAO

1.akkanama wajjin bulu godhacha. 2. akka yeroo dheeraa nama wajjin jiraatu godhacha. 3. ayyaana kab...

bulgaafachiisuu go.
GAO

akka bulgaafatu gochuu.

bulgaafachiisuu go.
GAO

akka bulgaafatu gochuu.

bulgaafachuu go.
GAO

daa'imti hooqqisuu. 2. quufanii yookiin machaa' anii hooqqisuu.

bulgaafachuu go.
GAO

daa'imti hooqqisuu. 2. quufanii yookiin machaa' anii hooqqisuu.

bulgaafannaa ma.
GAO

nyaati yookiin dhugaatiin sifaawuu didee ol deebisa, diddiga, hooqqisa.

bulgaafannaa ma.
GAO

nyaati yookiin dhugaatiin sifaawuu didee ol deebisa, diddiga, hooqqisa.

bulgaatii ma.
GAO

hooqqisa joollee.

bulgaatii ma.
GAO

hooqqisa joollee.

bulguu ma.
GAO

 nama guddaa ija afur qaba, nama nyaata jedhamee yeroo baay' ee ittiin iJoollee sodaachisan. 2. nam...

bulguu ma.
GAO

 nama guddaa ija afur qaba, nama nyaata jedhamee yeroo baay' ee ittiin iJoollee sodaachisan. 2. na...

bulii 1 ma.
GAO

alkan bulan, bultii;Bulii shan biyyana bule.

bulii 1 ma.
GAO

alkan bulan, bultii;Bulii shan biyyana bule.

bulii 2 ma.
GAO

horii ittiin jiraatan, qabeenya,  bultii ; waan sirriitti hindhamaaneef buliin isaa baay' ee nama h...

bulii 2 ma.
GAO

horii ittiin jiraatan, qabeenya,  bultii ; waan sirriitti hindhamaaneef buliin isaa baay' ee nama h...

bullaa 2 ma.
GAO

daalacha, bifa harree .

Sponsors