Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bukkee 3
GAO

"maddii" ilaalaa.

bukkurii ma.
GAO

1.midhaan dura facaasan; Midhaan bukkurii dura gaya. 2. midhaan dura gawu; Buninyiin bukkurii booda ...

bukkurii ma.
GAO

1.midhaan dura facaasan; Midhaan bukkurii dura gaya. 2. midhaan dura gawu; Buninyiin bukkurii booda...

bukkuruu go.
GAO

midhaan dura facaasuu.

bukkuruu go.
GAO

midhaan dura facaasuu.

bukoo ma.
GAO

1. midhaan yookiin daakuun bishaaniin makamee raacitiin itti naqamee yookiin turee bilchaate, yookii...

bukoo ma.
GAO

1. midhaan yookiin daakuun bishaaniin makamee raacitiin itti naqamee yookiin turee bilchaate, yooki...

bukuraa ma.
GAO

ilmoo harree, shuukkee.

bukuraa ma.
GAO

ilmoo harree, shuukkee.

bula ma.
GAO

1. bakkee tokkotti alkan dabarsa. 2. yeroo dheeraa jireenya, turiisa.

bula ma.
GAO

1. bakkee tokkotti alkan dabarsa. 2. yeroo dheeraa jireenya, turiisa.

bulaa 2 ma.
GAO

1. xurii gaama hormaata namaa, keessumattuu kan ijoollee. 2. dhangala'aa qaama dubartii keessaa fedh...

bulaa 2 ma.
GAO

1. xurii gaama hormaata namaa, keessumattuu kan ijoollee. 2. dhangala'aa qaama dubartii keessaa fedh...

bulaa l ad.
GAO

waan bule; Ittoo bulaa nyaadheetan na singiggeesse.

bulaa l ad.
GAO

waan bule; Ittoo bulaa nyaadheetan na singiggeesse.

bulaalee ma.
GAO

surree dheeraa jalli baldhatu, kan koomee nama gawu.

bulaalee ma.
GAO

surree dheeraa jalli baldhatu, kan koomee nama gawu.

bulacbiisuu go.
GAO

akka ulatu gochuu.

bulamuu go.
GAO

itti ;aarfamuu, keessattu waan foolii qabu.

bulbula 1 ma.
GAO

damma bishaan duwwaan bulbulamee dhugamu.

Sponsors