Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bukaa'uu go.
GAO

1. bukoon tolfamuu gawuu, bilchaachuu. 2. waliin dhahamuu, baduu; Dubbiin bukaawuu.

bukaa'uu go.
GAO

1. bukoon tolfamuu gawuu, bilchaachuu. 2. waliin dhahamuu, baduu; Dubbiin bukaawuu.

bukachuu 1 go.
GAO

buukii godhachuu.

bukachuu 1 go.
GAO

buukii godhachuu.

bukachuu 2 go.
GAO

1.bukoo ta'uu; Midhaan kun hinbukate. 2. dubbiin waliin dhahamuu, baduu; Si'achi waan goonu hinqabnu...

bukachuu 2 go.
GAO

1.bukoo ta'uu; Midhaan kun hinbukate. 2. dubbiin waliin dhahamuu, baduu; Si'achi waan goonu hinqabnu...

bukanii
GAO

"buukii 1" ilaalaa.

bukeeffachuu go.
GAO

bukoo taasifamuu yookiin bukoo biddeenaaf qopheeffachuu.

bukeeffachuu go.
GAO

bukoo taasifamuu yookiin bukoo biddeenaaf qopheeffachuu.

bukeeffamaa ad.
GAO

kan bukoo ta'e.

bukeeffamaa ad.
GAO

kan bukoo ta'e.

bukeeffamuu go.
GAO

akka bukoo ta'u godamuu.

bukeeffamuu go.
GAO

akka bukoo ta'u godamuu.

bukeessuu go.
GAO

daakuun akka bukoo ta'u gochuu. 2. dubbii waliin dhawuu; Dubbii ormi bukeesse fuula itti godhuuf mat...

bukeessuu go.
GAO

daakuun akka bukoo ta'u gochuu. 2. dubbii waliin dhawuu; Dubbii ormi bukeesse fuula itti godhuuf ma...

bukkee 1 ad.
GAO

nama qaama hormaataa lama qaba jedhamu, kormaafi dhalaa, luuxii.

bukkee 1 ad.
GAO

nama qaama hormaataa lama qaba jedhamu, kormaafi dhalaa, luuxii.

bukkee 2
GAO

"sodaattuu" ilaalaa.

bukkee 2
GAO

"sodaattuu" ilaalaa.

bukkee 3
GAO

"maddii" ilaalaa.

Sponsors