buqqee yookiin xaasaa dhangala'aa ittiin waraaban.
akka namaa budduqsu godhachuu, raabsifachuu.
waan akka bishaanii (dhangala'aa hunda) waraabuu; Mi'a urataadhaan bishaan budduqsuun akkanumaan dha...
gosa raammoo kan miilla dheeratu.
kan nafti furdaa, guddaa.
bishaan qorri gadi lakkise, kan o'e yookiin bulluqe, guunsharaa.
qorri gadi lakkisuu, o'uu, bulluquu; Bishaan buhaawu malee hindanfu.
akka bujugsu gochuu.
ilkaan fuulduraatiin irraa kutanii afanitti fudhachuu, cuffachuu (ciffachuu) .
"ujummoo" ilaalaa.
bukoo baay'ee turee bilchaate yookiin tolfamuu gaye.