Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baarrakamuu 2 go.
GAO

horiin qalan kokkee buufamuu, gorra'amuu; Horiin baarrakamu malee akkamumaan du'ee nyaachuu amantiin...

baarrakamuu 2 go.
GAO

horiin qalan kokkee buufamuu, gorra'amuu; Horiin baarrakamu malee akkamumaan du'ee nyaachuu amantii...

baarrakamuul go.
GAO

Rabbi nama 'eebbisee hamaan nama irra gawuu hafuu.

baarrakamuul go.
GAO

Rabbi nama 'eebbisee hamaan nama irra gawuu hafuu.

baarrakuu go.
GAO

horii qalmaa kokkee buusuu, gorra'uu.

baarrakuu go.
GAO

horii qalmaa kokkee buusuu, gorra'uu.

baarree 1 ma.
GAO

mi'a aannanii kan buqqee irraa hojjetamu.

baarree 1 ma.
GAO

mi'a aannanii kan buqqee irraa hojjetamu.

baarree 2 ad.
GAO

waan afaan baldhatu.

baarree 2 ad.
GAO

waan afaan baldhatu.

baaruda ma.
GAO

waan akka sanyii raafuu kan qalahaa rasaasaa keessatti argamu.

baaruda ma.
GAO

waan akka sanyii raafuu kan qalahaa rasaasaa keessatti argamu.

baaruu
GAO

aaruu ilaalaa.

baarzaafii  ma.
GAO

muka sorooroo/solooloo/ dheeraa bara axee Minilik biyya Awustiraaliyaatii Itoophiyaa seene jedhamu.

baarzaafii  ma.
GAO

muka sorooroo/solooloo/ dheeraa bara axee Minilik biyya Awustiraaliyaatii Itoophiyaa seene jedhamu....

baas-as ma.
GAO

horii ormaa kaffalan, idaa.

baasa 1 ma.
GAO

1. keessaa fuudha, alatti yaasa. 2. haada irraa gadi lakkisa.

baasa 1 ma.
GAO

1. keessaa fuudha, alatti yaasa. 2. haada irraa gadi lakkisa.

baasa 2
GAO

"riqicha" ilaalaa.

baasa 2
GAO

"riqicha" ilaalaa.

Sponsors