Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
borqaawuu go.
GAO

lafti dulloomuu.

borqeessuu go.
GAO

qonnaa lafatti baay'isanii lafa dulloomsuu.

borqeessuu go.
GAO

qonnaa lafatti baay'isanii lafa dulloomsuu.

borqii
GAO

"borqa" ilaalaa.

boru da.go.
GAO

guyyaa hardhatti aanee dhufu.

boru da.go.
GAO

guyyaa hardhatti aanee dhufu.

borxoxxaawuu go.
GAO

borxoxxee ta'uu.

borxoxxaawuu go.
GAO

borxoxxee ta'uu.

borxoxxee ad.
GAO

waan lallaafaa walitti hinqabamne, kan akka albaatii; Dhoqqee borxoxxee haruun namatti hintolu.

borxoxxee ad.
GAO

waan lallaafaa walitti hinqabamne, kan akka albaatii; Dhoqqee borxoxxee haruun namatti hintolu.

borxoxxoo
GAO

"borxoxxee" ilaalaa.

bosbosa ad.
GAO

kan bishaan dhugee burkutaawu, furdaa nafti lallaafu.

bosbosa ad.
GAO

kan bishaan dhugee burkutaawu, furdaa nafti lallaafu.

bosbossoo
GAO

"bosbosa"   ilaalaa.

boso
GAO

"bosbosa"   ilaalaa.

bosona ma.
GAO

lafa Raldhaa mukti gurguddaaniifi xixiqqaan walitti tuuta'ee marge, daggala.

bosona ma.
GAO

lafa Raldhaa mukti gurguddaaniifi xixiqqaan walitti tuuta'ee marge, daggala.

bosonoo
GAO

"bosonuu" ilaalaa.

bosonuu ma.
GAO

horii yookiin bineensa daggalaa kan foon isaa nyaatamu, kan kotteen isaa kottee jabbii fakkaatu, kan...

bosonuu ma.
GAO

horii yookiin bineensa daggalaa kan foon isaa nyaatamu, kan kotteen isaa kottee jabbii fakkaatu, kan...

Sponsors