Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
borobbojaawuu go
GAO

midhaan walitti makamuu.

borobbojamaa ad.
GAO

midhaan waliin makame; Maal kun borobbojamaan akka midhaan.kadhattuu.

borobbojuu go.
GAO

midhaan  walitti, makuu.

borobbojuu go.
GAO

midhaan  walitti, makuu.

borobbora
GAO

"borborii" ilaalaa.

borofa ma.
GAO

bineensa (horii daggalaa) kan foon isaa nyaatamu,  kan fiigichi isaa utaalcha  fardaa fakkaatu.

boronqii ma.
GAO

waan adii yeroo barsiisan gabatee gurraacha irratti ittiin barreesan, chookii.

boroo 1 ma.
GAO

1. bakkee hirribaa,  diinqa. 2. karaa ulaa gola mi'aa.

boroo 2 ma.
GAO

mana duuba.

boroo 2 ma.
GAO

mana duuba.

boroo 3 ma.
GAO

mana duuba. ba'a biiftuutti garagalan harka titaatti hafu, Kaaba magarsuu dide.

boroo l ma.
GAO

1. bakkee hirribaa,  diinqa. 2. karaa ulaa gola mi'aa.

borqa ma.
GAO

lafa qotiisni itti baay'atee dulloomee midhaan magarsuu dide.

borqaawuu go.
GAO

lafti dulloomuu.

Sponsors