Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
borca ma.
GAO

1.waan akka dhangala'aa waliin dhawa, booressa. 2. dubbii waliin dhawa

borca ma.
GAO

1.waan akka dhangala'aa waliin dhawa, booressa. 2. dubbii waliin dhawa

borcamuu go.
GAO

dubbiin yookiin dhangala'aan waliin dhahamuu.

borcamuu go.
GAO

dubbiin yookiin dhangala'aan waliin dhahamuu.

borcisiisuu go
GAO

akka borcu yookiin borcitu gochuu

borcisiisuu go
GAO

akka borcu yookiin borcitu gochuu

borcoqa
GAO

"boccoqa" ilaalaa.

borcuu go.
GAO

dubbii yookiin dhangala'aa waliin dhawuu, booressuu; Daa'imni corroqa boruu jaallatti.

borcuu go.
GAO

dubbii yookiin dhangala'aa waliin dhawuu, booressuu; Daa'imni corroqa boruu jaallatti.

bordee ma.
GAO

dhugaatii  furdaa  geeshooniifi hunkuroon itti hinmakamne kan biqila qabu.

bordee ma.
GAO

dhugaatii  furdaa  geeshooniifi hunkuroon itti hinmakamne kan biqila qabu.

bordo ma
GAO

ulee furdaa.

bordo ma
GAO

ulee furdaa.

bordodo
GAO

"borxoxxee" ilaalaa.

bori
GAO

"boru" ilaalaa.

borobbochiisuu go.
GAO

akka borobboju gochuu.

borobbochiisuu go.
GAO

akka borobboju gochuu.

borobboja ma.
GAO

midhaan waliin  maka.

borobboja ma.
GAO

midhaan waliin  maka.

borobbojaawuu go
GAO

midhaan walitti makamuu.

Sponsors