Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
boonaa ad.
GAO

nama boona guddisu.

boonoo ma.
GAO

waan bakka horii (maallaqaa) namaaf kennamee ittiin waan horiin sun bituu danda'uun bitan, fakkeenya...

boonoo ma.
GAO

waan bakka horii (maallaqaa) namaaf kennamee ittiin waan horiin sun bituu danda'uun bitan, fakkeenya...

boontuu ad.
GAO

dubartii of tuultu, koortuu.

boontuu ad.
GAO

dubartii of tuultu, koortuu.

boonuu go.
GAO

of gayiitiin namatti dhaga'amee kooruu.

boonuu go.
GAO

of gayiitiin namatti dhaga'amee kooruu.

booqaa
GAO

"balaccuu 1" ilaalaa.

booqamuu go.
GAO

mataa dhahamanii buruquu.

booqamuu go.
GAO

mataa dhahamanii buruquu.

booqsisuu go.
GAO

akka bu'ruqsu gochuu.

booqsisuu go.
GAO

akka bu'ruqsu gochuu.

boora gadalaa
GAO

"booree”  ilaalaa.

boora gadalaa
GAO

"booree”  ilaalaa.

boora’aa ad.
GAO

hangala'aa taliila hinta'in, dhangala'aa waan keessa jiruun waliin dhahamee qulqullummaa dhabe, kan ...

boora’aa ad.
GAO

hangala'aa taliila hinta'in, dhangala'aa waan keessa jiruun waliin dhahamee qulqullummaa dhabe, kan ...

boora’uu go.
GAO

taliila ta'uu dhiisuu, qulqullummaa dhabuu.

boora’uu go.
GAO

taliila ta'uu dhiisuu, qulqullummaa dhabuu.

booraa ad.
GAO

bifa daraaraa hadaa fakkaatu.

booraa ad.
GAO

bifa daraaraa hadaa fakkaatu.

Sponsors