Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
boolloo
GAO

"boolla” ilaalaa.

boomba'aa ad.
GAO

iyyeessa waan tokko hinqabne.

boomba'aa ad.
GAO

iyyeessa waan tokko hinqabne.

boombaa ma.
GAO

sibiila qaldhaa dheeraa keessi qaawwaa, kan dhangala'aan keessa yaa'u, ujummoo.

Boombii 1 ma.
GAO

barrisa koola isaa hara malee urgufee xiichisu, kan gurraachi isaa galgala galgala .dhoqqee irra mar...

Boombii 2 ma.
GAO

meeshaa waraanaa kan yoo lafa bu'ee dhowe waa galaafatu.

boombii budaa ma.
GAO

boombii (barrisaa) gurraacha mukatti galu, kan namallee hiddu.

boombii faltii ma.
GAO

boombii (barrisaa) dhoqqee nyaatu yookiin baatee deemu.

boombii jabbii
GAO

"boombii sa'aa" ilaalaa.

boombii jabbii
GAO

"boombii sa'aa" ilaalaa.

boombii sa’aa ma.
GAO

boombii (barrisaa) magariisuu kan yoo mana seene horii namaa farrisa yookiin horiin nidhala jedhamu.

boona ma.
GAO

of gayiitiin namatti dhaga'amee nama dubbisuu, nagayaa namaan jechuullee dhiisa, koora.

boonaa ad.
GAO

nama boona guddisu.

Sponsors