qotiyyoon yookiin kormi lola barbaadee iyyuu, barooduu. 2. ori'uu, loluu.
biyyee adii kan maraggii manaa ittiin addeessan.
"boolla" ilaalaa.
biyyee daalacha soogiddummaa qabu kan horiin nyaatu, boojjii.
Buufata xiyyaaraa internaashinaalaa kan Finfinnee keessatti argamu.
"udaan" ilaalaa.
lafa yookiin waan keessi gadi qotame, kan keessi gadi dhooqate.
boolla ta'uu, gadi dhooquu.
boolla taasifachuu.
akka boollessu gochuu.
boolla qotuu,holqeessuu, dhooqsuu.