Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
booji'ama.
GAO

waraana irratti moyanii humnaan fudhacha.

booji'ama.
GAO

waraana irratti moyanii humnaan fudhacha.

booji'amaa ad.
GAO

kan waraana irratti moyamee harka diinaa jala gale.

booji'amaa ad.
GAO

kan waraana irratti moyamee harka diinaa jala gale.

booji'uu go.
GAO

waraana irratti mo'atanii mi'a horii yookiin nama fudhatanii galuu; "Ogguma dhudhuufaa galtun harree...

booji'uu go.
GAO

waraana irratti mo'atanii mi'a horii yookiin nama fudhatanii galuu; "Ogguma dhudhuufaa galtun harree...

booji’amuu go.
GAO

waraana irratti mo'amanii fudhatamuu.

booji’amuu go.
GAO

waraana irratti mo'amanii fudhatamuu.

Boojii ma.
GAO

waan waraana irratti mo'anii fudhatan.

Boojii ma.
GAO

waan waraana irratti mo'anii fudhatan.

boojisiisuu go.
GAO

akka booji'u gochuu.

boojisiisuu go.
GAO

akka booji'u gochuu.

boojjii
GAO

"boolee" ilaalaa.

boojuu
GAO

"boojii" ilaalaa.

booka ma.
GAO

1.waan hadhooftuu horii keessaa baasanii daadhii ittiin naqan. 2. dhugaatii waan hadhooftuu horii k...

booka ma.
GAO

1.waan hadhooftuu horii keessaa baasanii daadhii ittiin naqan. 2. dhugaatii waan hadhooftuu horii ke...

bookee ma.
GAO

barriftuu shishifii lafa bishaan ciisuufi bakkee farsoon jiruu hin dhabarnne, kan alkan alkan nama c...

bookee ma.
GAO

barriftuu shishifii lafa bishaan ciisuufi bakkee farsoon jiruu hin dhabarnne, kan alkan alkan nama c...

bookkisa ma.
GAO

Sagalee qotiyyoon yookiin kormi yoo lola barbaade dhageessisu, barooda.

bookkisa ma.
GAO

Sagalee qotiyyoon yookiin kormi yoo lola barbaade dhageessisu, barooda.

Sponsors