furdaa keessi isaa jabeenya hinqabne.
jirbii maagii ta'u, kan manatti foyamu.
boffee taasisuu.
"boqoonqa" ilaalaa.
yeroo ittiin dabarsuu, bashannanuu; Saddeeqa tabachuun bohaaruuf.
"rooba" ilaaiaa.
dhiita yookiin waan dhiita fakkaatu; Uleen bokkolluu qabu taphaaf tola.
seera Gadaa keessatti ulee abbaan Gadaa amma barri isaa raawwatutti qabatu.
muka midhaan yookiin buna mooyyee keessatti ittiin tuman.
"bokkolluu" ilaalaa.
garaan afuufama, dhiita'a; Beela irra bokoka wayya.
akka bokoku gochuu; Ammeebaan garaa nama bokoksuu.