Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bobbaasisuu go.
GAO

akka bobbaasu gochuu.

bobbaasuu go.
GAO

qeyeedhaa gara oolanitti oofuu, akka bobba'an gochuu:Horii bobbaasuu diddeeti amma ammaa qeyee dhaab...

bobbaasuu go.
GAO

qeyeedhaa gara oolanitti oofuu, akka bobba'an gochuu:Horii bobbaasuu diddeeti amma ammaa qeyee dhaab...

bobeecha
GAO

"bobeessa" ilaalaa.

bobeechisuu
GAO

"bobeessisuu" ilaalaa.

bobeeffachuu go.
GAO

abiddi akka abatu yookiin arraba baasu godhachuu.

bobeeffachuu go.
GAO

abiddi akka abatu yookiin arraba baasu godhachuu.

bobeessa ma.
GAO

akka abiddi arraba yookiin labooba baasu gocha.

bobeessa ma.
GAO

akka abiddi arraba yookiin labooba baasu gocha.

bobeessisuu go.
GAO

akka bobeessu gochuu.

bobeessisuu go.
GAO

akka bobeessu gochuu.

bobeessuu go.
GAO

qilleensa itti afuufanii yookiin afarsanii abiddi akka qabatu yookiin arraba baasu gochuu.

bobeessuu go.
GAO

qilleensa itti afuufanii yookiin afarsanii abiddi akka qabatu yookiin arraba baasu gochuu.

boca
GAO

"soqa”ilaalaa.

bocaachuu
GAO

"soqachuu” ilaalaa.

bocama ma.
GAO

sibiilaan dhaqni irraa kaachisama, soqama.

bocama ma.
GAO

sibiilaan dhaqni irraa kaachisama, soqama.

bocamuu
GAO

"soqamuu 2" ilaalaa.

bocciisuu
GAO

"soqsiisuu 1" ilaalaa.

boccisiisuu go.
GAO

akka bocu gochuu.

Sponsors