Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baaltessuu go.
GAO

baaltii odeessuu.

baaltessuu go.
GAO

baaltii odeessuu.

baalteta ad.
GAO

dubartii harka toltu, ogeettii, kaamettii.

baalteta ad.
GAO

dubartii harka toltu, ogeettii, kaamettii.

baaltii ma.
GAO

oduu hinbarbaachisne kan bakka tokkoo fuudhanii bakka biraatti himan, hamii, jette jettee; Dhirsiifi...

baaltii ma.
GAO

oduu hinbarbaachisne kan bakka tokkoo fuudhanii bakka biraatti himan, hamii, jette jettee; Dhirsiif...

baannaan hi.
GAO

ta'uu dhiifnaan, didnaan; Ati dhufuu baannaan nus hindhufnu.

baannaan hi.
GAO

ta'uu dhiifnaan, didnaan; Ati dhufuu baannaan nus hindhufnu.

baannansuu go.
GAO

akka baannanu gochuu.

baannansuu go.
GAO

akka baannanu gochuu.

baanuu go.
GAO

dubbachuu; Akka inni baanu (jedhu} gurbaa ati hojii diddee miti?

baanuu go.
GAO

dubbachuu; Akka inni baanu (jedhu} gurbaa ati hojii diddee miti?

baaqela(a) ma.
GAO

gosa dheedhiikan gumaan 1uggee atara irra guddatu, kan ashuuqii, mulluu yookiin maashan irraa qophaa...

baaqela(a) ma.
GAO

gosa dheedhiikan gumaan 1uggee atara irra guddatu, kan ashuuqii, mulluu yookiin maashan irraa qopha...

baaqii ma.
GAO

uffata haphii gaabii hinta'in, kan dhoofsifatanii kuula itti buusifatanii uffatan, baaqqee, naxalaa.

baaqii ma.
GAO

uffata haphii gaabii hinta'in, kan dhoofsifatanii kuula itti buusifatanii uffatan, baaqqee, naxalaa...

baaqqee
GAO

"baaqii" ilaalaa.

baarbuxee ad.
GAO

dubartii nafti ishii irraa jalatti furdaa.

baarbuxee ad.
GAO

dubartii nafti ishii irraa jalatti furdaa.

baarbuxeessuu go.
GAO

akka furdattu gochuu.

Sponsors