Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bitaacha ad.
GAO

nama harka bitaatiin hojj etu.

bitacha ma.
GAO

gatii kennanii waan barbaadan fudhacha.

bitacha ma.
GAO

gatii kennanii waan barbaadan fudhacha.

bitachuu go.
GAO

waan barbaadan gatii kennanii ofiif fudhachuu.

bitachuu go.
GAO

waan barbaadan gatii kennanii ofiif fudhachuu.

bitamaa ad.
GAO

kan gatiin kennamee fudhatame.

bitamaa ad.
GAO

kan gatiin kennamee fudhatame.

bitamuu go.
GAO

gatiin kennamee fudhatamuu.

bitamuu go.
GAO

gatiin kennamee fudhatamuu.

bitimaa ma.
GAO

cufaa karraa kan muka damee qabu walitti hidhanii qopheessan.

bitimaa ma.
GAO

cufaa karraa kan muka damee qabu walitti hidhanii qopheessan.

bitintiraa
GAO

ad.kanhumna dhabee gatantaraa deemu.

bitintirii ma.
GAO

humna dhabanii asiifi achi raafama, gatantara.

bitintirii ma.
GAO

humna dhabanii asiifi achi raafama, gatantara.

bitintirsuu go.
GAO

humna dowwatanii asiif achi raasuu, gatantarsuu.

bitintirsuu go.
GAO

humna dowwatanii asiif achi raasuu, gatantarsuu.

bitintiruu go.
GAO

humna dhabanii raafamuu, akka nama machaayeetti  deemuu, gatantaruu.

bitintiruu go.
GAO

humna dhabanii raafamuu, akka nama machaayeetti  deemuu, gatantaruu.

bito
GAO

"bita" ilaalaa.

Bitootessa ma.
GAO

ji'a Guraandhalatti aanee dhufu.

Sponsors