kan harka baldhatu, harjaa.
Akka aannan baay'ee kennitu soorachuu.
akka aannan baay'ee kennitu soorachuu,2. mirgisiisuu.
horii aannan baay'ee kennitu, mirgituu
"meeta" ilaalaa.
”aannan dhowwachiisuu" ilaalaa.
"birrisiisuu" ilaalaa.
garbuu birraa faca'u kan bifti isaa adii.
seera fuudhaafi heerumaa keessatti nama akka obboleessaatti laalamu, keessattuu durba heerumtuuf.
of jibbuu, of tuffachuu.
nama xinneessuu, busheessuu, tuffachuu.