Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
birmajii ma.
GAO

yeroo arfan (seera Gadaatti) keessaa tokko, kan waggaa saddeet saddeetitti naanna'u.

birmannaa
GAO

"birmacha" ilaalaa.

birqii ad.
GAO

waan akka laayyeetti hinargamne, kan baay'ee jaallatamu yookiin sassatamuuf.

birqii ad.
GAO

waan akka laayyeetti hinargamne, kan baay'ee jaallatamu yookiin sassatamuuf.

birraa ma.
GAO

yeroo dhuma gannaatii qabee amma bonaatti jiru.

birraa ma.
GAO

yeroo dhuma gannaatii qabee amma bonaatti jiru.

Birreeylee 1 ma.
GAO

bineessa daggalaa, kan bosonuu yookiin borofa fakkaatu.

Birreeylee 1 ma.
GAO

bineessa daggalaa, kan bosonuu yookiin borofa fakkaatu.

Birreeylee 2 ad.
GAO

bifa boora fakkaatu.

Birreeylee 2 ad.
GAO

bifa boora fakkaatu.

Birrii 1 ma.
GAO

1.(horii) ganzaba Itoophiyaa kan bara mootii Minilik sibiila irraa qophaaye.  2.horii Itoophiyaa ka...

Birrii 1 ma.
GAO

1.(horii) ganzaba Itoophiyaa kan bara mootii Minilik sibiila irraa qophaaye.  2.horii Itoophiyaa ka...

Birrii 2
GAO

"meeta" ilaalaa.

Birrii 2
GAO

"meeta" ilaalaa.

birrii buluu go.
GAO

odoo hinelmamin buluu; Saani birrii bule ganama mirgeeti elmama.

birrii buluu go.
GAO

odoo hinelmamin buluu; Saani birrii bule ganama mirgeeti elmama.

Birrii ooluu go.
GAO

odoo hinelmamin ooluu.

Birrii ooluu go.
GAO

odoo hinelmamin ooluu.

birriiqa ma.
GAO

aannan baay’ee kenna,mirga.

birriiqa ma.
GAO

aannan baay’ee kenna,mirga.

Sponsors