aannan baay'ee kennuu,mirguu.
"bilillee" ilaalaa.
foolii nama gammachiisu.
gammachuu baay'ee agarsiisa.
yoo namni rakkatee iyyate gargaarsaaf dhaqa, dirmannaa.
iyyanii gargaarsaaf namni akka namaa dhufu gochuu.
namni yoo rakkatee iyyate gargaarsaaf namni akka namaa dhufu gochuu, dirmachuu.
kan bilisa qabu.
daa'ima xiqqoo.
bilisa ta'iinsa,bilisummaa,mirmadummaa.
yeroo arfan (seera Gadaatti) keessaa tokko, kan waggaa saddeet saddeetitti naanna'u.