Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bira rafuu go.
GAO

1 . dubartii wajjin ciisuu yookiin buluu. 2. nama wajjin rafuu.

biraa hafuu go.
GAO

1.waan tokk duukaa bu'uu dhiisuu. 2. wa qabanii turan dhiisuu; Namni yoowal lole, tokko yoo bira haf...

birbirsa ma.
GAO

gosa rnukaa.

birbirsa ma.
GAO

gosa rnukaa.

birdilibsii ma.
GAO

uffata furdaa kuula tokkoo kan yeroo baay'ee o'a isaatiif alkan uffatan, awusaa.

Birii 1 ma.
GAO

1.dugda horii kan kooraan yookiin fe'iisni madeessee fayye. 2. dugda fardaa iddoo harki lamaan itti ...

Birii 2 ma.
GAO

hirriba rafaa dammaqan kan odoo of hingatin rafanii ammaa amma dammaqan,sillimii.

biriifacha ma.
GAO

eegee firfirsee gammachuun simacha (sareef); Sareen abbaa ishee  guddise yoo agartu.

biriifannaa ma.
GAO

1.eegee urgufee nama itti dhufu simannaa (sareedhaaf). 2."shilee” ilaalaa.

biriifataa
GAO

kan nama gam kan nama shilachuu guddisu.

biriifatamuu go.
GAO

1.gammachuun simatamuu. 2 . "shilatamuu" ilaalaa.

biriifattuu ad.
GAO

1.tan nama gammachuun simattu. 2.tan nama guddistu.

Sponsors