Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bir'atamuu go.
GAO

hamaa hojjeta, nama gana jedhamee sodaatamuu,shakkamuu; Alkan deemuu yoo dhiifte malee hannaaf bir'a...

bir'attuu ad.
GAO

tan faara namaa sodaachuu, shakkuu; Bir'achuu guddisuun hirriba nama dhowwa.

bir'attuu ad.
GAO

tan faara namaa sodaachuu, shakkuu; Bir'achuu guddisuun hirriba nama dhowwa.

Bira aduu go.
GAO

waan fiigu duuka kaachuu.

Bira aduu go.
GAO

waan fiigu duuka kaachuu.

bira buluu go.
GAO

1. akka hinsodaanne, hinbanne yooki waa hintaane eegaa wajjin buluu. 2. dhiirri dubartii bira yookii...

bira buluu go.
GAO

1. akka hinsodaanne, hinbanne yooki waa hintaane eegaa wajjin buluu. 2. dhiirri dubartii bira yooki...

bira da.go.
GAO

naannoo waan tokkoo,itti dhiyaatee; Isa bira taa'i; Ishee bira ooli

bira da.go.
GAO

naannoo waan tokkoo,itti dhiyaatee; Isa bira taa'i; Ishee bira ooli

bira dhaabata ma.
GAO

ilma eessumaa yookiin adaadaa akka obboleessaatti lakkaawwamee gaafa cidhaa isa fuudhu wajjin kan ma...

bira dhaabata ma.
GAO

ilma eessumaa yookiin adaadaa akka obboleessaatti lakkaawwamee gaafa cidhaa isa fuudhu wajjin kan ma...

bira dhaquu go.
GAO

1.bakka wanti tokko jiru bira deemuu. 2."raawuu" ilaalaa.

bira dhaquu go.
GAO

1.bakka wanti tokko jiru bira deemuu. 2."raawuu" ilaalaa.

bira fakkaachuu go.
GAO

waan hojjetan fakkaatanii cinaa deemuu; Hojjechuu dadhabdullee bira fakkaachuu hindhiisin.

bira fakkaachuu go.
GAO

waan hojjetan fakkaatanii cinaa deemuu; Hojjechuu dadhabdullee bira fakkaachuu hindhiisin.

bira gawuu go.
GAO

1.waan deemu duubaa ka'anii qaqqabuu yookiin iddoo wanti tokko jiru gawuu. 2 . "raawuu” ilaalaa.

bira gawuu go.
GAO

1.waan deemu duubaa ka'anii qaqqabuu yookiin iddoo wanti tokko jiru gawuu. 2 . "raawuu” ilaalaa.

bira qabuu go.
GAO

1.waan lama eessaa yoo tokko dadhabaa yookiin yaraa ta'e akka wal ukaniif wal bira buusuu. 2. Farado...

bira qabuu go.
GAO

1.waan lama eessaa yoo tokko dadhabaa yookiin yaraa ta'e akka wal ukaniif wal bira buusuu. 2. Farado...

bira rafuu go.
GAO

1 . dubartii wajjin ciisuu yookiin buluu. 2. nama wajjin rafuu.

Sponsors