Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
Bineessa 1 ma.
GAO

1.uumama kottee afurii kan daggalatti galu. 2 waraabessa (uumama) alkan alkan yuusu, majaa. 3. "bofa...

Bineessa 1 ma.
GAO

1.uumama kottee afurii kan daggalatti galu. 2 waraabessa (uumama) alkan alkan yuusu, majaa. 3. "bofa...

Bineessa 2 ad.
GAO

nama nama hinjaallanne, kan kobaa jiraatu.

Bineessa 2 ad.
GAO

nama nama hinjaallanne, kan kobaa jiraatu.

biqila ma.
GAO

1.ija midhaanii kan bishaaniin laafee margee wal qabate, kan dhugaatii adda addaa ittiin qopheessan....

biqila ma.
GAO

1.ija midhaanii kan bishaaniin laafee margee wal qabate, kan dhugaatii adda addaa ittiin qopheessan....

biqilchiisuu
GAO

"biqilsiisuu" ilaalaa.

biqilchuu go.
GAO

akka margu (biqilu) gochuu.

biqilchuu go.
GAO

akka margu (biqilu) gochuu.

biqilsiisuu go.
GAO

akka biqilu goosisuu.

biqilsiisuu go.
GAO

akka biqilu goosisuu.

biqiltuu ad.
GAO

magartuu lafa keessaa reefu baatu.

biqiltuu ad.
GAO

magartuu lafa keessaa reefu baatu.

biqiluu go.
GAO

lafa keessaa muuxatee baala baas marguu.

biqiluu go.
GAO

lafa keessaa muuxatee baala baas marguu.

bir jechuu go.
GAO

1.hirriba keessaa dammaqanii ka’uu. 2.dafan·ii kaachuu; Bir jedhii horii sana dachaasii koottu.

bir jechuu go.
GAO

1.hirriba keessaa dammaqanii ka’uu. 2.dafan·ii kaachuu; Bir jedhii horii sana dachaasii koottu.

bir'annaa ma.
GAO

hamaatu na irra gaya jedhanii sodaacha,shakka.

bir'annaa ma.
GAO

hamaatu na irra gaya jedhanii sodaacha,shakka.

bir'atamuu go.
GAO

hamaa hojjeta, nama gana jedhamee sodaatamuu,shakkamuu; Alkan deemuu yoo dhiifte malee hannaaf bir'a...

Sponsors