"baallii" ilaalaa.
waan akka baalaa kan eegeefi koola indaaqqoo yookiin allaattii irratti margu, baallee.
meeshaa sibiila , kan bishaan ittiin waraabbatan, baaldii.
"taayitaa" ilaalaa.
dhibee gogaa kan yeroo baay'ee mormaafi fuula burree nama godhu.
"baaltii" ilaalaa.
naxalaa yookiin gaabii hindacha'in.
humna yaree, laafaa, dadhabaa.
kan olii gad jooru.
uffata haphii gaabii gadii, kan yeroo baay'ee dubartiin uffattu, naxalaa.
"baaltessuu" ilaalaa.