Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bilbila 1 ma.
GAO

sibiila yoo urgufan yookiin waliin rukutan sagalee kennu, kan morma fardaa, jabbii, daa'imaatti hidh...

bilbila 2 ma.
GAO

shiboo alaalaa kan ittiin walitti dubbatan, silkii.

bilbila 2 ma.
GAO

shiboo alaalaa kan ittiin walitti dubbatan, silkii.

bilbilchiisuu
GAO

"bilbilsiisuu" ilaalaa.

bilbilchuu
GAO

"bilbilsuu" ilaalaa.

bilbilsiisuu go.
GAO

akka bilbilu gochuu.

bilbilsiisuu go.
GAO

akka bilbilu gochuu.

bilbilsuu go.
GAO

sibiila urgufanii yookiin waliin rukutanii sagalee kennisiisuu.

bilbilsuu go.
GAO

sibiila urgufanii yookiin waliin rukutanii sagalee kennisiisuu.

bilbiltuu ad.
GAO

nama sagaleen akka sagalee bilbilaa miidhagu.

bilbiltuu ad.
GAO

nama sagaleen akka sagalee bilbilaa miidhagu.

bilbiluu go.
GAO

1.bilbila rukutanii yookiin urgufanii sagalee akka kennu gochu. 2. bilbilaan nama dubbisuu.

bilbiluu go.
GAO

1.bilbila rukutanii yookiin urgufanii sagalee akka kennu gochu. 2. bilbilaan nama dubbisuu.

bilchaataa ad.
GAO

kan nyaatamuuf qophaaye, kan gaye. 2. kan yaada naanneffate, kan beekumsa guddaa qabu, beekaa.

bilchaataa ad.
GAO

kan nyaatamuuf qophaaye, kan gaye. 2. kan yaada naanneffate, kan beekumsa guddaa qabu, beekaa.

bilchaattuu ad.
GAO

tan dheedhummaa yookiin kichummaa keessaa baate; Akaayii bilchaattuu; Loomii bilchaattuu qofa muka i...

bilchaattuu ad.
GAO

tan dheedhummaa yookiin kichummaa keessaa baate; Akaayii bilchaattuu; Loomii bilchaattuu qofa muka ...

bilcheechuu
GAO

"bilcheessuu" ilaalaa.

bilcheeffachuu go.
GAO

akka namaa bilchaatu godhachuu.

bilcheeffachuu go.
GAO

akka namaa bilchaatu godhachuu.

Sponsors