Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
biiluu go.
GAO

daraaree biilaa baasuu; Garbuufi qamadii malee atarri hinbiilu.

biimbee ma.
GAO

bookee busaa nama qabsiiftu.

biimbee ma.
GAO

bookee busaa nama qabsiiftu.

biimmee
GAO

”biimbee”I ilaala

biiraa ma.
GAO

1.dhugaatii gosa farsoo kan warshaalee keessatti qoqophaayee buttulleetti guutamee gurguramu. 2.gosa...

biiraa ma.
GAO

1.dhugaatii gosa farsoo kan warshaalee keessatti qoqophaayee buttulleetti guutamee gurguramu. 2.gosa...

biiroo ma.
GAO

1.mana keessatti seera dubbisan yookiin iyyata (haajaa namaa) dhaggeeffatan. 2. mana hojiin katabbii...

biiroo ma.
GAO

1.mana keessatti seera dubbisan yookiin iyyata (haajaa namaa) dhaggeeffatan. 2. mana hojiin katabbii...

biirookiraasii ma.
GAO

1.akkaataa hojiin biiroo ittiin hojjetamu. 2. hojii biiroo keessatti bu'aa bayii yookiin rakkina hin...

biirookiraasii ma.
GAO

1.akkaataa hojiin biiroo ittiin hojjetamu. 2. hojii biiroo keessatti bu'aa bayii yookiin rakkina hin...

bijaa gochuu go.
GAO

asiifi achi bittinsuu, gara dhowwuu.

bijaa gochuu go.
GAO

asiifi achi bittinsuu, gara dhowwuu.

bikka
GAO

”bakka” ilaalaa.

bikkee ma.
GAO

lafa dhowaa hinqabne, urufa, bakkee.

bikkee ma.
GAO

lafa dhowaa hinqabne, urufa, bakkee.

bilaakboordii ma
GAO

waan gurraacha diriiraa akka saanqaa kan yeroo barsiisaniifi baratan boronqiin (chookiin) irratti ka...

bilaakboordii ma
GAO

waan gurraacha diriiraa akka saanqaa kan yeroo barsiisaniifi baratan boronqiin (chookiin) irratti ka...

bilaata
GAO

"mala" ilaalaa.

bilaatii
GAO

"mala" ilaalaa.

bilbila 1 ma.
GAO

sibiila yoo urgufan yookiin waliin rukutan sagalee kennu, kan morma fardaa, jabbii, daa'imaatti hidh...

Sponsors