dhangala'aa konkolaataan, roophilaan yookiin mootorri adda addaa ittiin warraaqu.
1. dubartii dulloomte, jaartii. 2. dubartii heerumte. 3. durba durbummaa hin qabne.
horii manaa,fakkeenyaaf horii akka loonii, hoolotaa, fardaa, w.k.f.
midhaan gootara eessatti biqile.
"bega” ilaalaa.
aariidhaan gubacha.
labooba abiddaa.
ariifataa,jarjaraa akka labooba abiddaa.
"belbelsiisuu” ilaalaa.
aarsuu, bobeessuu, laboobsuu.
akka belbelu gochuu.
laboobduu, aartuu, bobaatuu.