Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
beelecha
GAO

"beelessa" ilaalaa.

beelechuu
GAO

"beellessuu" ilaalaa.

beelessa ma.
GAO

akka beela'u, akka nyaata dhabee rakkatu gocha.

beelessa ma.
GAO

akka beela'u, akka nyaata dhabee rakkatu gocha.

beelessuu go.
GAO

akka waan nyaatu dhabee rakkatu gochuu; Horii kee alatti firfirsitee ijoollee kee beelessuun si irra...

beelessuu go.
GAO

akka waan nyaatu dhabee rakkatu gochuu; Horii kee alatti firfirsitee ijoollee kee beelessuun si irra...

beeljigii ma.
GAO

qawwee yooiiin shugguxii biyya Beeljigiitti hojjetamu.

beeljigii ma.
GAO

qawwee yooiiin shugguxii biyya Beeljigiitti hojjetamu.

beellama ma.
GAO

yeroo itti walga'uuf yookiin wal'arguuf walii galan, qaxaroo.

beellama ma.
GAO

yeroo itti walga'uuf yookiin wal'arguuf walii galan, qaxaroo.

beellamachuu go.
GAO

beellama qabachuu.

beellamachuu go.
GAO

beellama qabachuu.

beeloftuu ad.
GAO

dubartii qoonqoon qabde, tan agabde; Beeloftuun waan quuftu hinseetu. 2. kan beelli yookiin rakkoon...

beeloftuu ad.
GAO

dubartii qoonqoon qabde, tan agabde; Beeloftuun waan quuftu hinseetu. 2. kan beelli yookiin rakkoon ...

been ma.
GAO

nama biyya tokkoo.

been ma.
GAO

nama biyya tokkoo.

been(u)go.
GAO

sagalee (jecha)dhaqi jedhanii ittiin ajajan, deemi, qajeeli, karaa qabi.

been(u)go.
GAO

sagalee (jecha)dhaqi jedhanii ittiin ajajan, deemi, qajeeli, karaa qabi.

beenya
GAO

"qabeenna”  ilaalaa.

beenzila ma.
GAO

dhangala'aa konkolaataan, roophilaan yookiin mootorri adda addaa ittiin warraaqu.

Sponsors