baala dhaqni isaa nama shookkisu.
jifaara mi'a adda addaatiin bareechan.
kennaa kan dhabeef yookiin kan sirumaa hinqabneef kennan.
waan dhaban argachuuf kadhachuu.
"baallii" ilaalaa.
godinoota Oromiyaa keessaa tokko kan ta'e.
muka yookiin sibiila mataa irraa dhanquu qabu, kan waa ittirarraafachuuf yookiin irra kaawuuf nama g...
muka yookiin sibiila mataa irraa dhanquu qabu, kan waa ittirarraafachuuf yookiin irra kaawuuf nama ...
"misikkirii" ilaalaa.
"beellama" ilaalaa.
gosa margaa, kan baalli isaa lamaa.
1. raammoo tiruu keessatti argamtu, kan baallii qabatu. 2. dhibee tiruu.