Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
batii ma.
GAO

dhahiisa xiqqoo ganaa harkaatiin yookiin uleen dhahan. 2. gateettii irra ganaa (barruu) harkaatiin ...

Battala 1 da.go.
GAO

amma libsuu ijaa, oggasuma, odoo hinturin; Ka'eeti battala as gaye. 2.odoo hinbeekin yookiin itti hi...

Battala 1 da.go.
GAO

amma libsuu ijaa, oggasuma, odoo hinturin; Ka'eeti battala as gaye. 2.odoo hinbeekin yookiin itti h...

Battala 2 ma.
GAO

hudduu jala, hundee, teessoo; Muka kana gadi siqii battalatti muri; koomee irra of hintaa’inii bat...

Battala 2 ma.
GAO

hudduu jala, hundee, teessoo; Muka kana gadi siqii battalatti muri; koomee irra of hintaa’inii bat...

Battala 3 ma.
GAO

yeroo, ennaa; Sadii battala sadii sagal ta'a.

Battala 3 ma.
GAO

yeroo, ennaa; Sadii battala sadii sagal ta'a.

battee ad.
GAO

kan dhooqa hin qabne, diriiraa, baxe.

battee ad.
GAO

kan dhooqa hin qabne, diriiraa, baxe.

batteeffamuu go.
GAO

battee godhamuu.

batteeffamuu go.
GAO

battee godhamuu.

batteessuu go.
GAO

battee taasisuu.

batteessuu go.
GAO

battee taasisuu.

Bawuu 1 go.
GAO

1.keessaa alatti deemuu, keessaa alatti muldhachuu; Yoo mana keessaa bawuu baatan eenyutu nama arga?...

Bawuu 1 go.
GAO

1.keessaa alatti deemuu, keessaa alatti muldhachuu; Yoo mana keessaa bawuu baatan eenyutu nama arga...

Bawuu 2 go.
GAO

irraa hafuu, hubamni nama irra gayiisa hafuu yookiin dandamachuu; Farda irraa kufee akka malee hubam...

Bawuu 2 go.
GAO

irraa hafuu, hubamni nama irra gayiisa hafuu yookiin dandamachuu; Farda irraa kufee akka malee hubam...

bawuu3 go.
GAO

ta'uu yookiin toluu;Anaa fardi hinbawu.

bawuu3 go.
GAO

ta'uu yookiin toluu;Anaa fardi hinbawu.

bawuu4 go.
GAO

fiixaan gawuu; Aannan kana baay'uman raase bawuu dide malee.

Sponsors