Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
Bassoo 1 ma.
GAO

nyaata akaayii garbuu daakanii qopheessan; Bassoon galaa duulaati.

Bassoo 1 ma.
GAO

nyaata akaayii garbuu daakanii qopheessan; Bassoon galaa duulaati.

Bassoo 2
GAO

”sibsaabii” ilaaiaa.

Bassoo 2
GAO

”sibsaabii” ilaaiaa.

Bassoo 3
GAO

”basurree” ilaalaa.

Bassoo 3
GAO

”basurree” ilaalaa.

basurree ma.
GAO

bineentii manaa kan qeerransa fakkaattu, kan antuuta akka adamsit'uuf guddifatan, adurree, bashoo.

basurree ma.
GAO

bineentii manaa kan qeerransa fakkaattu, kan antuuta akka adamsit'uuf guddifatan, adurree, bashoo.

bataja
GAO

"bakaja 2"ilaalaa.

bataskaana ma.
GAO

mana kiristaanni waaqa itti kadhatu yookii keessatti sagadu.

bataskaana ma.
GAO

mana kiristaanni waaqa itti kadhatu yookii keessatti sagadu.

batat jechuu 1 go.
GAO

koola urgufanii (waan akka indaaqqoof) bararuuf ka'uu yookiin ariitiin deemuuf miilla lafa irra butu...

batat jechuu 1 go.
GAO

koola urgufanii (waan akka indaaqqoof) bararuuf ka'uu yookiin ariitiin deemuuf miilla lafa irra butu...

batat jechuu 2 go.
GAO

yaada malee yookiin akkasumaan dhama'uu.

batat jechuu 2 go.
GAO

yaada malee yookiin akkasumaan dhama'uu.

batatiima.
GAO

sagalee waanti xiqqoon ennaa tasa kaattu yookiin barartu dhaga'amu; Ennaa adalli indaaqqoo fudhattun...

batatiima.
GAO

sagalee waanti xiqqoon ennaa tasa kaattu yookiin barartu dhaga'amu; Ennaa adalli indaaqqoo fudhattun...

batattisuu go.
GAO

sagalee batat jedhu dhageessisuu.

batattisuu go.
GAO

sagalee batat jedhu dhageessisuu.

batii ma.
GAO

dhahiisa xiqqoo ganaa harkaatiin yookiin uleen dhahan. 2. gateettii irra ganaa (barruu) harkaatiin j...

Sponsors