"barii" ilaalaa.
maqaa gaazexaa Afaan Oromoo.
amma namaa barii'utti turuu.
amma barii'utti tura.
amma barii'utti turuu.
bineensa burree yayyii (yeeyyii) fakkaatu.
ba'aa walakkaa gaalaatti fe'an.
"baala" ilaalaa .
beekumsa barumsa irraa argatan.
harrabaan gondolfamuu, haxaawamuu, harrabni irra butamuu.
1.kotte duudaa fardaafi gaangee irra gabaabbatu. 2. gadhee maayii hinbaafne, kan wanti ta'e itti hin...
kan mii'aan daddafee deemu, kan fiigu yookiin gulufu.
akka daddafee deemu goosisuu, ariifatee akka deemu taasisuu.