Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
barcuma
GAO

"marcuma" ilaalaa.

barduree
GAO

"gorfoo" iiaalaa.

bareecha
GAO

"bareessa" ilaalaa.

bareecha go.
GAO

"bareessa" ilaalaa.

bareecha go.
GAO

"bareessa" ilaalaa.

bareechuu
GAO

"bareessuu" ilaalaa.

bareeda
GAO

"miidhaga" ilaalaa.

bareedaa
GAO

"miidhagaa" ilaalaa.

bareedduu
GAO

"miidhagduu" ilaalaa.

bareedina
GAO

"bareeduma" ilaalaa.

bareeduma ma.
GAO

miidhagduu yookiin miidhagaa ta'iisa.

bareeduma ma.
GAO

miidhagduu yookiin miidhagaa ta'iisa.

bareeduu
GAO

"miidhaguu" ilaalaa.

bareeffachuu
GAO

"miidhagfachuu" ilaalaa.

bareeffamaa ad.
GAO

kan akka bareedu godhame.

bareeffamaa ad.
GAO

kan akka bareedu godhame.

bareeffamuu go.
GAO

miidhagaa yookiin miidhagduu taasifamuu.

bareeffamuu go.
GAO

miidhagaa yookiin miidhagduu taasifamuu.

bareessa ma.
GAO

miidhagaa yookiin miidhagduu taasisa.

bareessa ma.
GAO

miidhagaa yookiin miidhagduu taasisa.

Sponsors