Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
barakachuu 2 go.
GAO

dhumuu jechuuf; "Miilli si gabaabbateeti buna barakatetti dhufte"

barakata ma.
GAO

1. dhuma jecha hoodachaaf (buna dhuganii fixaniif). 2.baay'ee ta'iisa.

barakata ma.
GAO

1. dhuma jecha hoodachaaf (buna dhuganii fixaniif). 2.baay'ee ta'iisa.

barakatoo ma.
GAO

baay'ina waan ta'ee, guddina; "Hoogdiin haabarakatu barakatoo dhahadhaa bara nagaa bahaa"

barakatoo ma.
GAO

baay'ina waan ta'ee, guddina; "Hoogdiin haabarakatu barakatoo dhahadhaa bara nagaa bahaa"

baramuu go.
GAO

waanti hinbeekamne beekamuu.

baramuu go.
GAO

waanti hinbeekamne beekamuu.

barana da.go.
GAO

bara kana, bara keessa jiran.

barana da.go.
GAO

bara kana, bara keessa jiran.

baranee ma.
GAO

1. durba barana heerumte, baranoo. 2. midhaan mana hinbayin, kan barana gale.

baranee ma.
GAO

1. durba barana heerumte, baranoo. 2. midhaan mana hinbayin, kan barana gale.

baranoo
GAO

"baranee" ilaalaa.

baraqraaqqee ma.
GAO

haraqee lammata irra deebi'anii baasan, kan hara malee nama macheessu.

baraqraaqqee ma.
GAO

haraqee lammata irra deebi'anii baasan, kan hara malee nama macheessu.

barara ma.
GAO

1. koolaan (baalliin) waaqa keessa kaacha. 2. hara malee fiiga, kaacha; Kaannaa keessa darbeeti akka...

barara ma.
GAO

1. koolaan (baalliin) waaqa keessa kaacha. 2. hara malee fiiga, kaacha; Kaannaa keessa darbeeti akk...

bararii ma.
GAO

bilbiisa lafa irra deemtu yookiin utaaltu, tan yeroo baay'ee mi'a aannanii seentu.

bararii ma.
GAO

bilbiisa lafa irra deemtu yookiin utaaltu, tan yeroo baay'ee mi'a aannanii seentu.

bararisa ma.
GAO

dimimmisa ganamaa, odoo sirriitti hin'ifin.

bararisa ma.
GAO

dimimmisa ganamaa, odoo sirriitti hin'ifin.

Sponsors