Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
banjii ma.
GAO

biqiltuu yoo akka sijaaraatti xuuxan nama jaanjessitu, gosa·hashiishii.

banjii ma.
GAO

biqiltuu yoo akka sijaaraatti xuuxan nama jaanjessitu, gosa·hashiishii.

banqaaquu go.
GAO

qabeenya argachuu, guddachuu; Baraan hanqaaqan.

banqaaquu go.
GAO

qabeenya argachuu, guddachuu; Baraan hanqaaqan.

banqo ad.
GAO

nama yaraa afaan duwwaan haasa'u.

banqo ad.
GAO

nama yaraa afaan duwwaan haasa'u.

bansiisuu go
GAO

akka banu gochuu.

bansiisuu go
GAO

akka banu gochuu.

bantii 1 ma.
GAO

1. sammuu walakkaa, mataa gigduu, qinaaxxii. 2. horii gaafni addaan jedhu.

bantii 1 ma.
GAO

1. sammuu walakkaa, mataa gigduu, qinaaxxii. 2. horii gaafni addaan jedhu.

bantii 2
GAO

"qarree" ilaalaa

bantii 2
GAO

"qarree" ilaalaa

banuu go.
GAO

1. waan cufaa ta'e saaquu. 2. hojii yeroof dhaabbate deebisanii jalqabuu.

banuu go.
GAO

1. waan cufaa ta'e saaquu. 2. hojii yeroof dhaabbate deebisanii jalqabuu.

baqa 1 ma.
GAO

waan ta'e jalaa dheessa.

baqa 1 ma.
GAO

waan ta'e jalaa dheessa.

Baqa 2 ma
GAO

1. dhadhaan yookiin wanti akkasii o'ee dhangala'aatti geeddarama. 2 jiruun namatti toluun kan ka'e f...

Baqa 2 ma
GAO

1. dhadhaan yookiin wanti akkasii o'ee dhangala'aatti geeddarama. 2 jiruun namatti toluun kan ka'e ...

baqaalo ma.
GAO

huccuu akka gaabii yookiin abujadii fiixeen isaa yookiin walakkaan isaa kuula diimaa baldhaa qabu, j...

baqaalo ma.
GAO

huccuu akka gaabii yookiin abujadii fiixeen isaa yookiin walakkaan isaa kuula diimaa baldhaa qabu, ...

Sponsors