Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
balfa ma.
GAO

jibba guddaa irraa qoollifacha, haqni itti nama diriiruu ditta tuffacha.

balfachuu
GAO

"balfuu" ilaalaa.

balfamaa ad.
GAO

kan itti kooran, tuffatamaa, jibbamaa.

balfamaa ad.
GAO

kan itti kooran, tuffatamaa, jibbamaa.

balfee ad.
GAO

dubartii waan hunda balfa guddistu.

balfee ad.
GAO

dubartii waan hunda balfa guddistu.

balfituu
GAO

"balfee" ilaalaa.

balfuu go.
GAO

waayee waan nama hingammachiifne yookiin mudoo (mudaa)irratti arganiif jedhanii jibbuu, tuffachuu, ...

balfuu go.
GAO

waayee waan nama hingammachiifne yookiin mudoo (mudaa)irratti arganiif jedhanii jibbuu, tuffachuu, i...

ballaa ad.
GAO

1. nama ijji hin'argine, jaamaa; 2. nama ija tokkoo. 3. nama ijji isaa dalga ilaaltu.

ballaa ad.
GAO

1. nama ijji hin'argine, jaamaa; 2. nama ija tokkoo. 3. nama ijji isaa dalga ilaaltu.

balleechaa
GAO

"balleessaa 1,2" ilaalaa.

balleechisuu
GAO

"balleessisuu" ilaalaa.

balleechituu
GAO

"balleessituu" ilaalaa.

balleechuu
GAO

"balleessuu" ilaalaa.

balleessa 1
GAO

"bal'ina" ilaalaa.

balleessa 1
GAO

"bal'ina" ilaalaa.

balleessa 2 ma.
GAO

1. akka aadu yookiin hintolle gocha. 2. akka bakkee ta'e deemu gocha.

balleessa 2 ma.
GAO

1. akka aadu yookiin hintolle gocha. 2. akka bakkee ta'e deemu gocha.

balleessaa 1 ma.
GAO

1. badaa, gadhee yookiin waan hintolle hojii. 2. waan seerri hin'ayyamne, wanjala; "Balleessaa yoo h...

Sponsors